Empowering Rural Communities in Ethiopia
Join us in transforming lives through education and opportunities for disadvantaged children and communities.
Support, Empower, Transform Lives
★★★★★

Carraa Barnootaa
Oduu Gammachiisaa!
Haawasa keenyaaf carraa guddaa!
Dargagoonni Dandeettii Afaan Oromoo dubbachuu fi barreessuu dandeessan carraa hojii argachuu keessan akka baldhiifattaniif, Dhaabbanni Guutamaa Hawaas (Gutama Hawas Foundation) dhaabbata UpCourses kan Mo business plc'n dhuunfatame waliin ta’uun, Barnoota Online yeroo fi eddoon hin daangeessine Darggagoota kuma tokko (1000) gosa Koorsii Digital Marketingii fi kanneen birroo irratti sponsor gochuuf galmee eegaleera.
Barattoota mana barnootaa Guutamaa Hawaas keessatti baratan dhibba tokkoof (100) carraa barnootaa 100% bilisaa (sponsorship) kennuuf karoorfameera.


Namoota dhibba torba (700) biyya keessa jiran fedhii qabanifis, barnoota Digital Marketing Advanced irratti 80% sponsorship goochuun akka baratan haala ni mijjeessa.
Barnoota akka Digital Marketing Essentials fi gosoota barnootaa biroos, Social Media Marketing, Easy Graphics, Meta Ads, Google & YouTube Ads, fi Telegram Ads irratti 70% sponsor gochuun, carraa barnootaa akka argatan mijeessineerra.
Barattoonni barnoota gabaa dijitaalaa barachuuf hawwii qabdan carraa kana akka fayyadamtaan jabeessinee isin hubachiisuu barbaanna!
Hubachiisa: Yeroon galmee torbaan tokko qofa!
Wal-ta’iinsa Gutama Hawas Foundation fi UpCourses!
Empowering Communities Through Education
Join us in transforming lives through education, healthcare, and opportunities for disadvantaged children in rural Oromia, Ethiopia. Together, we can make a difference.


4000+
15
Transforming Lives Together
Individuals assist
Empowering Communities Together
We support education, healthcare, and opportunities for disadvantaged children in rural Oromia, Ethiopia.
Education and Empowerment


Building schools and providing resources for quality education and community development initiatives.
Healthcare Access
Ensuring healthcare services and support for children and families in rural communities.
Sponsorship and Support
Transform lives through sponsorships and project support.


Gallery
Explore our projects empowering children and communities in Oromia.
How We Got Started
In 2018, Ethiopia’s political landscape showed signs of peace, allowing the diaspora to reconnect with loved ones. As the daughter of a prominent Oromo freedom fighter, I returned to Oromia after 19 years in Australia to witness the impact of my father’s sacrifices. Seeing the Oromo people experience newfound hope and freedom reaffirmed the core values Gutama Hawas stood for—eradicating suffering and empowering the disadvantaged. To continue his legacy of equality, human rights, and education, we founded the Gutama Hawas Foundation in January 2019. It is now a registered NGO in Ethiopia, working to uplift communities through education and development.
Contact Us
Reach out to us for support, donations, or inquiries about our projects and initiatives.


Faawundeeshiiniin Guutamaa Hawaas barattoota maatii harka qalleeyyiitiif deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise.
-Oromia Media Network
”I visit Ethiopia and realised that our foundation has assist many individual and effetive.”
- Biftu Hawas